Oromo News 05/07/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasaniiti namni lama dabalataan seati 24 keessati sababa Covid-19 kan due yoo tau, namni 700 ol ammo haarawa kan qabamaniidha, nama 15 Woodbury County keessa dabalate. Waliigalatti parsanti dhaan namni qabame jiru 3.8% dha, akka biyyati xiqqaata deemu jira. Ogeessa fayyaa Winnebago akka jedheti, Nebraska lakkoofsa guddaa nama talaali corona virus