Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Bakkeen dhukkuba itttisanii fi hordafan har’a akka jedhanitti nama talaali hunda fudhateef haguugi fuula fudhatani deeman yookin fayyadaman hundattu haguugi fuula akka dhiisu danda’an himan. Seerri haaroyni ammas bakka namni walitti qabamuu bus, plane, hospital, mana hidha, fi warra ala galuu keessati haguugi fuula akka godhatan kan godhamaniidha, garuu bakka dalagaafi maneen barumsa irra deebiani seera