Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasetti namni haarawa Covid-19 duee 13 yoo tau namni haarawa qabame ammo 468 dha. Guyyaa har’aa Woodbury County keessati, lakkoofsi nama haarawa qabame 11 dabalee akka jiru himan. Guyyaa kaleesa namni 1 akka due gaabasan, fi Waliigalatti Woodbury County keessati namni waliigalatti due 220 dha. Barattooni South Sioux City High School guyyaa har’aa akka hiriirati