
Sign up to save your podcasts
Or


Kurfii kana keessatti Jaal Muktaar kufaatii mootummaa DARGU irraa eegalee
Kurfii lammaffaa kana gubbaatti Jaal Muktaariifi jaallan isaa waliin
Jaal Muktaar Muummeen Qophii duraa kana keessatti ball'inaan;
Kurfii maayyii jalla Dhugaasaa wojjjin haala Eritraarraa gara biyyaatti galuufii taateewwan heddu irratti marii gaggeesine kanatti marti keessanu Dhihaadhaa!
Qophii tana keessatti
Dhihaadhaa!
Dhihaadhaa!
Kurfii tana gubbaatti:
- Qabsoo hidhannoo(riphee-lolaa) gaggeessuuf qophiin gahaan godhamee turee?
- Eegalumarratti waldhagahuu dhabuun jaallan jidduutti mumull'atan maaf furmaata dhaban?
- Waldhaqiinsa dhabaafii gaga'ma moora qabsoo keessatti diirama mull'atan irraa akkamiin qabsoo dandamachiisan?
Gaafiilee kanaafii kkf irratti Jaal Dhugaasaan yaadasaa nuun qooddata.
Dhihaadhaa!
Jaal Dhugaasaa Bakakkoo miseena qaama hogganan ABO fii haftee qabasaawoota wajjin marii kitaaba "Jalqabbee Qabsoo ABO fii Seenaa Oromo" irratti hundaahuun gaggeessina kutaa duraa.
Dhihaadhaa!
Jaal W. Hundee Hurrisoo hangafa qabsaahaa fii haftee qabsaawoota waliin kitaaba " A Ten-Minute Mission: the least prize for freedom" barreessanitti hirkatuun marii gabaabdu gaggisne.
Dhihaadhaa!
From the publisher's feed