
Sign up to save your podcasts
Or


Gaaffii eessaa kaanee as-geenye quubsaan deebisuuf qooda isaanii akka nuuf gumaachan jaal Bayaan Kadir(Jaal Hundee) affeerree turtii dheertu wojjin gaggeessine.
Kurfii tana gubbaatti Jaal Bayaan taateewwan dirree qabsoo Baha Biiftuu Oromiyaa keessatti gadaa jalqabaa san mul'ataniirraa gabaabsaan nuun qooddatu. Maayyii, isaanii dirqama gubbaa jiranii harka mootummaa seenuun hidhaatti darbatamuun isaan mudatuurraa nuuf himan.
aal Dhugoomsaan qophii maayyii tana gubbaatti:
Dhihadhaa!
Kurfii tana gubbaatti, jaal Hundeen bara Dargii taateewwan hadhooftuu mana hidhaa gargaraa keessatti jaallan heddu waliin isaan mudateefi akkamiin fii eenyuu waliin akka hindhaa keessaa miliqani lubbuu ofii baafachuu dandahan irraa dubbatu.
Jaal Bayaan, kurfii tana keessatti erga mana hidhaa Dargii baafatanii booda dirree qabsoo kamitti akka taakkaniif qabsoo keessatti bifa kamiin qooda akka gumaachaa turan nuun qooddatan
Kurfii kana gubbaatti, Jaal Bayaan(Hundee) seenaa qabsoo bilisummaa Oromiyaa kan ABOn hogganamaa ture irraa waan dhagahaa turre guduunfuuf yaalii godhu.
Jaal Dhugoomsaan:
waan qabsoo keessatti barasan mullatan mara nuun qooddata.
Kurfii tana gubbaatti, jaal Dhugoomsaan :
Dhihaadhaa!
Kurfii kana gubbaatti Jaal Dhugoomsaan seenaa
From the publisher's feed