
Sign up to save your podcasts
Or


Qophii gabaabduun tun guduunfaa marsaa 9ffaa fii dhaadheessa marsaa 10ffaaf.
Kurfii kana gubbaatti Jaal Haayiluun taateewwan biyya Keeniyaa magaalaa Naayiroobi keessatti Miseensoota ABO fii ummata mudataa turan ballinaan nuun qooddata.
Kurfii Kana keessatti, Jaal Haayiluun hojii bara Mootummaa Cehumsaa hojjataman kan akka:
Dhihaadhaa!
Jaal Haayiluun, kurfii kana keessatti:
seenaa qabsoo erga ABOn mootummaa Cehumsaa keessaa dhiibamee bahee booda nuun qooddata.
Jaal Hayiiluun qophii kana gubbaatti:
Marti keessanuu dhihaadhaa!
Jaal Hayiiluun Kurfii tana keessatti:
taateewwan akkaan hadhaawaa garuu seenaa keessatti gulantaa ol-aanaa qaban nuun qooddata
-- Jigiinsa Mootummaa Abbaa Qorkee
Qophii addaa kana, Jaal Haayiluu D. Gammadaan seenaa qabsaa'oota bilisummaa Oromiyaa warra mana hidhaa DARGU keessatti cubbuun ajeefaman yaadachuuf akka nu gargaaruuf kurfeesse.
From the publisher's feed