
Sign up to save your podcasts
Or


Kurfii kana jalatti:
Kurfii kana keessatti, jaal Dhugoomsaan:
Kurfii duraa tana gubbaatti Jaal Dhugoomsaan:
Kurfii tana gubbaatti waan torban sadiin dura eegalle xumurra.
Abbaa Anaajinaa seenaa jalqaba qabsoo hidhannoo nuuf himan, kurfii tana gubbaattis itti fufu. Gara Yaman imaluuf dirqama fudhatanii erga bobbahanii duubatti waan isaan mudate cufa nuun qooddatu.
Abbaa Anaajinaan seenaa qabsoo jalqabaarraa nuuhiman itti fufuun qophii tana gubbaatti erga jaarmayaa ijaarrataniifi waajjira Somaliyaa keessatti banatanii duubatti tattaaffii godhamaa tureefi amna qabsoo keessatti waan isaan mudatate nuun qooddatan.
Kurfii tana gubbaatti jalqaba seenaa diddaa gabrummaa warra gaggeessanirraa Abbaa Anaajinaan waan yaadatanifii amna ofii keessa qaxxamuran mara wolitti guduunfuun seenaa nuun qooddatu.
Kurfii maayyii kana keessatti deebiilee sheek xaliileessaan gaaffii garagaraaf laatantu argama.
Kurfii tana keessatti, Sheek Xaliileessaan:
Dhiihaadhaa!
From the publisher's feed