
Sign up to save your podcasts
Or


Kurfii tana gubbaatti Sheek Xaliileessaa,
Dhihaadhaa!
Kurfii kana keessatti
Dhihaadhaa!
Kurfii tana keessatti Sheek Xaliileessaan hidhaa bahanii dirreetti erga deebi'ani booda:
Dhihaadhaa!
Kurfii kana keessatti haggafa qabsaawoota, Sheek Xaliileessaan erga marrraa lammaffaaf Somaalee seenanii, hogganoota kan akka Jaal Xahaafaa Moqaadishoot wolargan. Hogganootarraa dhaamsa hoggana dirreef deemuu fuudhani hoggu biyyatti deebi'an taateewwan hamtuu isaan mudatan mara nuun qooddatan
Sheek Xaliileessaan kurfii tana jalatti
Sheek Xaliileessaan seenaa qabsoo kutaa duraa keessatti nuun qooddatu eegalan, kurfii tana gubbaattis itti fufan.
Qabsaawaa hangafaa, Sheeka Xalileessaa Qumbiin, seenaa qabsoo bilisummaa Oromiyaa keessatti qooda isaaniifii jaallan isaani gumaachan ballinaan nuuf himuu kurfii tana gubbaatti eegalu.
Jaal Hundeen seenaa qabsoo kurfii duraa keessatti nuun qooddachuu eegalan qophii tana keessattis itti fufan.
Despite Buche's protest that there are other children of Sidama who have studied extensively & are more qualified than him to talk about the Sidama people, I urged him to share with us what he knows & remembers. This is part one of that conversation.
Welcome all!
Yaroo gabaabdu keessatti marsaan 9ffaan eegalama.
Mari keessanuu dhihaadhaa!
From the publisher's feed