
Sign up to save your podcasts
Or


Qophii kana keessatti Jaal Nagariin gumaacha dhalootni tokkoffaa fii lammafaa qabsoo bilisummaa Oromiyaaf gumaachan gad-fageenyaan irraa dubbata.
Kurfii tana gubbaatti Sintaayyoorraa:
Kurfii maayyii tana gubbaatti Dr Bayan seenaa nuun hirmaatu guduunfa. Qabxiilee;
Kurfii tana gubbaatti wahee "Bergen Conference", Kora Sabaa ABO 3ffaa fi taateewwan kabiroo mul'ataa turan ballinaan Dr Bayyaan irraa dhageenya.
Conversation Dr. Bayan Asoba, qabsaawaa gameessa wojjin kurfiilee lameen tamsaafaman keessatti eegalle qophii tana gubbaattis itti fufna. Haalli qabsoo biyya ambaa keessatti bifa kam qabaataa ture? Mooraan qabsoo bilisummaa Oromiyaa tan ABOn hogganamaa turte gargar foxxoquu haarayaa akkam jiraatu isii mudate? Sababni fofoxxoquu kaayyoo mo waan dhibii?
Dhihaadhaa!
Conversation Dr. Bayan wojjin seenaa amna qabsoo bilisummaa Oromiyaa eegalle itti fufuun kurfii tana gubbaatti warraaqasi Qeerroo Ganamaan eegalame hagam akka guddate irraa dhageenya.
Kurfii maayyii tana gubbaatti Jaal AbbaaBiyyaan jaallan hogganoota ABO dirree Bahaafi dirree Kibba Bahaa Oromiyaa qabsoorraatti wareegaman nu yaadachiisu.
Dhihaadhaa!
From the publisher's feed