
Sign up to save your podcasts
Or


Qophii kana keessatti obb. AbbaaDuraan seenaa "Warraaqsa" bara 1974 fi isaan walqabatee bubbulee kan mul'ate seenaa sukkanneessaa " Red Terror / Qayyi Shibbir" jadhame beekamu Gibee gamatti gaggeeffame keessaa waan yaadaturraa hordoftootaan qooddata.
Qophii tana keessatti waan aadaa-seenaa marsaa 7ffaa keessatti gaggeessaa baane
Dhihaadhaa!
Qophii tana keessatti waan aadaa-seenaa marsaa 7ffaa keessatti marihataa baane akka nuuf guduunfanuufi waan as deemaarrattillee akka yaadaafi gorsa nuuf kennan maanguddoota deebiseen afeereen jira.
Dhihaadhaa!
Torban kana qērrō Hussen warra Orma, biyya Keniyārra nubiratti argama.
Sēnāfi ādā warrārrā barnōta argatūf marti kēssanu dhihādhā!
Barnōta ādāfi sēnā warra Oromiyā Shanan Gibē torban sadīn dura jalqane, torban kana kēssatti xumurra.
Dhihaadhaa
Turtī Jāl A. Abbādurā walīn qabnu itti fufna. Kurfī torban kanā kēssatti sēnā maq-galā Jimmā, dhihēna ādā, tajājila dubarti dēssēf godhamūfi akkātā ummanni gamtān hojjaturrā dubbata.
Marti kēssanu dhihādhā!!
Turtīn kēnya torban kanās jāl A. Abbādurā wajjin taha. Akkuma torban dabrē, torban kanas wān mishā danūsā irrā dhagahūf jirra.
Marti kēssanu itti dhīhādhā!!
From the publisher's feed