
Sign up to save your podcasts
Or


Keessummaan torban kanaafi marsaa 7ffaaf ka jalqabaa Hayyuu seenaa Obboo Nasir Kalil.
Obboo Nasir seenaa dheertu gama bahaa biiftu Oromiyaa waan Zayilaa kaasee hanga Ankoberr keessatti mull'aterraa huubannoota jabaa nuuf laata.
Dhihaadhaa!!
March 4, 2023 irraa eegale marsaan 7ffaan torban-torbaniin tamsaafamu itti fufa.
Marsaa 7ffaan seenaa, aadaa, safuu, hooda, jaarama, diinagdee, amantaa, jiruu-jireenyaa fii kkf naannoolee Oromiyaa mararraa keessummoota afeeruun argaa-dhageetti of-biraa qabanirraa marii gaggeessaa, barnoota irraa argata.
Dhihaadhaa!
Dr Abbabaan waan torban lamaan dura eegale, torban kana xurmura. Sagantaa torban kanaa keessatti:
- Waahee Cryptography
- Waahee Machine learning / Deep learning fii Cyber security
-Waahee Anomaly detection
-Waahee attack detection fii waan heddu baayyee kan qormaata isaarratti hundaahan nuun qoodata.
Itti dhihaadha!
Ilma Oromiyaafi saayintiistii kompuutaraa kan tahe Dr Abbabaan beekumsa waahee Cyber Security irratti nuuf kennu torban kanas itti fufaa.
Dhihaadhaa!!
Qophii Torban kanaaf;
Itti Dhihaadhaa !!
Torban kana marii ajaa'ibaa Dr. Fisehaa wajjin torban lamaan dura jalqabne xumurra.
Qophii hardhaa keessatti Dr. Fisehaan waan baayyee nuun qoodate jira.
Dhihaadhaa!
Torban kanas keessummaan keenya Dr. Fisehaa.
Seenaa mishaa teknoloojii ammayyaarratti qormaata gaggeessuf inni keessa dabre dhagahuufi teknoloojii amayyaa "artificial intelligence" irraa huubannoota argachuuf caqasaa.
Dhihaadhaa"
Torban kana keessummaan keenya Dr. Fiseha Tesema. Teeknoloojii amayyaa kan tahe "artificial intelligence" irratti qormaata gaggeessuuf seenaa aja'ibaa keessa darbe nuun qoodata.
Itti dhihaadhaa!
Qophii torban kanaa keessatti marii torban lamaan dura Dr Jamaal wajjin jalqabne guduunfina.
Itti dhihaadha.
Torban kanas marii Dr Jamaal Wajjjin goone itti fufna.
Dhihaadhaa!
From the publisher's feed