
Sign up to save your podcasts
Or


Qophii torban kanaa keessatti waahee jaarmayaa, tokkummaa gurmuu/kaayyoo fi hoggana ilaalchise yaada gabaabdu.
Qophii torban kanaa keessatti:
Sagantaan torban kanaa qophii torban dabrerratti hundaahuun "economic liberalization" amma gaggeefamaa jiruufi babballachuuf deemu keessatti warra kamtu faaydeeffachuuf, warra kamtu ammo miidhamuuf deemaa? irratti yaada gaggabaaduu laatuuf yaalii gooti.
Dhihaadhaa!
Sagantaan torban kanaa, yaada dhuunfaa dubbii seena Gaanfa Afrikaarraa haga muraasa dubbachu taha. Gaanfa Afrikaa keessatti humnoota kamtu bara dheeraaf walhadhaa ture? Seenaa lolaa humnootni kun ol-aantummaaf gaggeessaa turan seenaa ummatoota warra lafaati jachuu dandeenyaa?
Dhihaadhaa!
In this week's episode, our guest Khadijah covers child welfare system, issues of Indigeneity, the perils of the hyped A.I , the cyclical politics in the HoA & much more that only a person of her calibre can comfortable address.
Please, tune in!
From the publisher's feed