
Sign up to save your podcasts
Or


Seenaa Ijaarsa Poolisii Oromiyaafi rakkolee keessatti mullatan keessummaan keenya torban kanaa ball'inaan irraaa dubbata.
Dhihaadhaa!
Kurfii torban kanaa keessatti bobbaa fii ijaarsa siyaasaa baballifachuun barbaachisaa, yaada jatturraa dubbanna. Dhiihaadhaa!
Marii torban kanaa keessatti:
Mootummooleen naanno mirga waahee lafaa, barnootaafi baajata(fiscale autonomy) irratti heeraan qaban akkam ture?
Mootummooleen naanno mirgoota, imaammataafi bulchiinsa lafaa, barnootafi baajatarratti qaban hagam hojiin hiikan?
Waggoota 25(1995 haga 2020) mootummaan EPRDF mirgoota naannoleen qaban tooftaaa akkam jiraan irraa sharafaa deemaa ture? Gaaffilee kkf ballinaan marihataman.
Dhihaadhaa!
Waltajii siyaasaa gubbaatti warri gariin, "nuti humna Federaalaawaati. Warri kaan warra Unitaari. Wara nyaapha federaalummaa sab-daneessaati" jadhani himatu. Garuu, nama hagamtu waan sirni Federaalummaan tahe sirriitti keessa beeka? Deebi gaaffii kanaafi kan kkf danuu isaaniitiif marii kanarraa argattu.
Marii kana keessatti: waan sirna Federaalummaa ilaalchisee gaaffiilee gurguddoo isin qabaachaa turtan marti deebii quubsaa argatu.
Kanaaf, jalqabaa kaastanii hamma dhumaatti yoo obsaan caqastan waahee federaalummaa, wahee sirna federaala Xobiyaarraa huubannoota gahaa akka oomishattan waadaan isinii seena.
Kanaaf, qalbiin akka caqastan kabajaan isin affeeraa- dhihaadhaa!
TRAILER(Dhaadhessa)!
Dhihaadhaa!
This week, our guest is Nunu Wako. In this episode we talk about:
- the security situation in the HoA
- the dynamism of the Oromo youth movement & its continued contributions towards the betterment & defence of the interests of Oromo people
- the Gadaa system & its institutions & values & their contribution to fostering democracy
- her time with the office of the Prime Minister of Ethiopia before the transition to democracy got subverted
- any hope that the HoA breaking out of the cycle of war, violence, repression, and famine and forming viable institutions, and other important issues
Sagantaa gabaabduu tana keessatti:
- Haasaa hogganoota waraana lama jidduu taate
- Qabsoo hidhannoo Oromiyaa keessatti gaggeessuu
- ummatni Oromiyaa diddaaf amallee qophii tahuu dhabuusaarraa
Dr. Ibsaan qormaata, "Protests, Development and Democratization in Ethiopia, 2014-2020" irraa dubbata : Dhihaadhaa!
Yaadaafi qeeqa qabdan toora Telegram t.me/ilmaormaa1 dhaamaa.
From the publisher's feed