
Sign up to save your podcasts
Or


Haasaa keenya hardhaa kana keessatti dantaa bilisummaa Oromiyaa laalchisaa qabxiilee baayyee kaasne yaada walii jijjirree jirra.
Telegram:
Hasawaa kana keessatti:
- Jaarmayaaleen Oromiyaa hagam balballisaani qarreefi qeerroof banaa akka tahe
- Hirdhina ijaarsa dhabuu fideefii fidaa jiru
- Gufuu waltajii qabsoo bilisummaa Oromiyaa gubbaatti dubartoota addatti mudatuufi kkf
Telegram:
Kutaa Lammaffaa kana keessatti:
- Araara humnoota Abashaa lameen jidduu deemaa jiru
- Jaarmayaa Oromiyaa bifa, aadaa fii eenyumaa Oromiyaa calaqqisurratti utubuu
- Qooda dubartootaa waltajjii siyaasaa fii hawaasummaa kan Oromiyaa gubbaatti
- Hirmaannaa Qabsoo 'Tweeter' gubbaatti gaggeeffamaa jirurratti fii kkf ball'inaan
Telegram:
Hasawaa ball'oo kana keessatti:
Telegram:
- Ajeechaa Abdujabar Huseen (NPR)
- Habashoonni Yaroof Walhadhuu dhaaban - Janaraal Xaadqaan
- Habashoonni Shaggar Jiran Aangoorra Turuuf tarkaanfii fudhachuu malan - sirna jiru diiguu
- Waltajjii Siyaasaa Oromiyaa
- Namoota Faarsuurraa gara Gamataa Jabeeffachuutti waltajjiin Siyaasaa Oromiyaa yoom taakkaa?
- Ulaagaa Goota , Hayyuu, Qabaahaa-bilisummaa, Lammiin-boonaafii kkf waltajjiin siyaasaa Oromiyaa lafaa qabaa?
- Waltajjiin siyaasaa Oromiyaa gandaa fii gosaaan walfoohurraa adda bahuu dandahaa?
- Haalla siyaasaa gaanfa Afriikaa dhaabbata hinqabneefii qooda Turkii
- Ajeechaa Karrayyuurratti raawwatameefii hawaasa ball'aarraa baabasadhaba
- Haala hawaasa keessatti mull'ataniifi ajajaan WBO, J. Marroo Kumsaan. itti rakkataa jirurrattti yaada
- Lolli gurmuu Habashoota lamaan jidduu deemaa jiru qaqabbanaahuu
- Dubbiin siyaasaa Oromiyaa suutumaan waltajii siyaasaarraa moggeeffamuufi kkf
- Ajeechaan Ummatarratti Raawwatamu Guddachaa fii Fardeeffamaa Adeemaa jiraachu - Jaarmayaa Mirga Namaa Falmu Kan Ummata Oromiyaaf Qooqa Tahu Dhabuu - Jaarmayaaleen Siyaasaa fii Humni Waraanaa Ajeechaafii Miidhaa Ummatara Dhaqqabu Silaa Gabaasuurraa Of-qusate - Dubbii Lola Xobiyaarrat Warri Adiin Of-duuba Deebi'iaa ka jiru fakkaata.
From the publisher's feed