
Sign up to save your podcasts
Or


Mariin kun qormaata Dr. Ibsaan, "Protests, Development and Democratization in Ethiopia, 2014-2020" gaggeesserratti hundaaha.
Waan baayyeerraa dubbanne. Caqasaa!
Yaadannoo Jaal Galaasaa Dilboo fii Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaarratti
Sagantaa Kana keessatti, injinaar Baallamii waliin haasaa dheertu gaggeessine. Mee qalbiin caqasaa!
Torban kana injinaar Dhaabaa wajjin amna qabsoo Oromiyaa ka dabree, hardha sadarkaatti jiruufi ka heegarillee waan baayyeerraa dubbanne. Dhihaadhaa!
Gocha sukkanneessaan mull'ifamu kun, woyi ka duraatii ? Amma dura bakka heeddutti bifa garagaraan raawwatamaa hinturree? Waltajjiin siyaasaa Oromiyaa gochoota kana fakkaatanirraa bilisaa? Gaaffiilee kkf irraa dubbatama-- itti dhihaadhaa.
Waan Waliin Haasofne Keessaa: - Ajjeechaafi gidiraa godinaalee Oromiyaa keessatti ganna afran dabran raawwatamaa jiru - Dagaagina qabsoon bilisummaa Oromiyaa dhaloota tokko gama dhaloota kaanitti agarsiise - Aadaa, hoodaafi seera Gadaa maaliif guddisuun dadhabame? ***Yaada, qeeqa, keessumma dubbifamuu mala jattaniifi kkf teessoo keenya "Telegram" kanagubbaatti nuuf dhaamaa --- (https://t.me/podcast_ilmaormaa)***
Prezidaanti Waldaa Hawaasa Oromiyaa Minesootaa wajjin goone keessatti:
- Deemsa qabsoo bilisummaa Oromiyaa
- Gamtaa jaarmayaalee bilisummaa Oromiyaa
- Hojii diplomasiifi advocacy keessatti hirdhina jiranuufi milkii argamanifi kkf
Telegram : < https://t.me/podcast_ilmaormaa >
Haasaa Keenya Keessatti:
- Haala Jiruu dubartootaa Oromiyaa Keessatti
- Maaliif dubartoonni hedduun waltajjii artiirraatti mull'achuu hanqatan
- Waltajjiin Siyaasaa Oromiyaa sadarkaarra jiruu
- National Dialogue jadhamu kun bu'aa Oromiyaaf qabaachu-dhabuu isaa
- Hawaasa Oromiyaa Austraaliyaan moggeeffamusiifi kkf
Marii biyyooleessaa afarfamaa jirurraa Oromiyaan qooda qabdii? Maaltu nagaa waaraa argamsiisuuf guufu tahaa? Gaaffiilee kanaafi kabiroo kana fakkaatanu dhaleessuun ball'inaan irraa dubbanne. Itti dhihaadhaa!
From the publisher's feed