
Sign up to save your podcasts
Or


- Mariin Araaraa Garamitti Adeemaa Jira Fakkaata?
- TPLF Yoo Angoot Kadeebituu Daandii Siyaasaa, Diinagdeefii Waraanaa Kamfaarraa Deemuu Maltii?
- Warri Oromiyaa Mootummaa Cehumsaa(ykn Kabiraa) Akkamii Ijaaruuf Deemu? Miragasan Essarraa/Eenyurraa Argatan?
- Taatewwaan torban kana karaa mootummootaafi jaarmayaalee ambaarraa
- Ajandaa Shan Waltajjiin Siyaasaa Oromiyaa haala haaryaa mull'ataa jiruufii mull'atuuf deemu milkiin Gaggeessuuf Qophii Tahuu-Dhabuusaa Madaaluuf
- Rakkoo HoA furuuf carraaqqiin haga hardhaa godhaman furmaata hinargamsiifne
- Dhibeen HoA guddaan aadaa gari-gariifii qor-qalbii namaa keessa jiraattinnaa?
- Balloo, dhibee fii furmaatni HoA seenaa warra abbaa lafaa keessa dhokatee jiraattinnaa?
- Eenyuu ka yaroo mara "ka'i !" jadhamee biddatti darbamu; warra kamii ka ofii nagaan taa'ee ilmaan hiyyeeyyii lolatti bobbaasu?
- The Wampum Prayer( Eebbaa Wampum) irraa xiqqoo dubbisna. Seenaan kun seenaa warra abbooti biyyaa Gaanfa Afrikaan bakka walfakkaatu qabaa laata?
- The Gordian knot (Guduunfaa Gordian) Aleksaandertu hiike jadhama. Guduunfaa/xaxaa HoA hoo eenyutu hiikuuf jira?
From the publisher's feed