
Sign up to save your podcasts
Or


Waljijjiirraa Yaadaa J. Abdiisaa Waliin:
- Nagaa waaraa argachuuf maaltu dalagamuu qabaa ?
- Haalli amma mull'atu kun wolmariin yoo gaggeeffame male gaaga'ama dhaqqabu malu
-
- Siyaasaan gandummaarrat utubamtee "ijaa baafannaaf" gaggeeffamtu biyyaaf faaydaa qabdii?
- Haga yoom Oromoon gartu Habashaa ofirrat moosisaa; ofiihis walirraatti duulaa jiraataa?
- TPLF fii Warri EPRDF hafan marti yakka bulchiinsa isaani jalatti raawwatameef seeratti dhihaatu qaban
- Xobiyaan nagaa waaraa argachuuf waltajiin ummataa fii humnootni siyaasa mara walqixa hirmaachisu jiraachuu qaba
- Ilaalchaafi Aadaan Irree fii loaalaan Olaantummaa mirkaneeffachuuf carraaquun yoom raawwataa?
- Qabsoo Oromoo sadarkaa haarayaafii qaraa taheetti olguddachuurraa maaltu hanqise?
- Oromoon qabsoo sabaa gaggeessurraa gama qabsoo biyyaa gaggeessuutti taakku qabaa?
- Qubsumtiifi seenaan Oromoo ummatoota/saboota baayyee waajjin akka bifa hedduun walitti hidhata horatu taasisani jiran. Garu dhugaan kun waltajii siyaasa Oromo gubbaatti bakka gayaa argatee jiraa?
- Cryptography - Public Key Cryptography(Deffie, Hellman fii Merkle); RSA(Rivest, Shamir, and Adleman); Mix networks(David Chaum) ,fii PGP(Phil Zimmermann)
- Digital currency(e-qarshii) dhibbaan lakkaawaman ka Bitcoin dura mull'atani garu hoongawan
- Chaos Computer Club(CCC), Extropianism, Cryptome, fii Sochii Cypherpunk
- Penet, Tor network, Napster, BitTorrent(BT), the Pirate Bay(TBP), fii Wikileaks
- Rakko /hirdhina Bitcoin qabdu : scalability, interoperability, fii carbon footprint
- Altcoins keessaa garii fakkeenyaaf ilaaluu
- Ethereum: gas, Ether(ETH), validators, PoS, shard, Beacon Chain kkf
- Stablecoins : Fiat pegged, Algorithm backed, Commodity backed
- Non-fungible Tokens(NFT) : "Everydays: The First 5000 Days" kan Beeple gurguratee fii kan biraallee.
- Blockchain teknologiin maalirrat hundeeffamee?
- Ayinaa Blockchain keessa mursaa fakkeenyaaf
- Bitcoin maal isiin?
- Bitcoin maalirrat utubamte? Akkamiinis Omishamtii?
- Bitcon Miners, Transaction validation, Cryptographic hash function, Digital Signature, Merkle Root
- Byzantine Generals' Problem, double spending , difficulty target kkf irraa gaggabaabsine haassofna.
From the publisher's feed