Sign up to save your podcastsEmail addressPasswordRegisterOrContinue with GoogleAlready have an account? Log in here.
Hangafa pōdkāstī Afān Oromo !Ashamaa!! Baga Nagaan Dhuftan!As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development" , Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre wol... more
FAQs about ILMAORMAA:How many episodes does ILMAORMAA have?The podcast currently has 295 episodes available.
April 22, 2023SE7 EP106 Hayyū Baditti Abbājifār Wojjin Marī Wāhē Warra Oromiyā Shanan GibēAmna kiyya itti fufūn torban kanarrā ēgalē turtīn kiyya warra Shanan Gibē wojjin taha.Kēssummān tiyya ta jalqabā hayyūu Sōshōlojī āddē Baditti Abbājifār. Wān warra Shanan Gibēe dhagahū yō fētan sagantān torban kanarrā jalqabe bātii lamāaf tamsāfamu madda bēkumsa gahā wāhē warra Shanan Gibē akka isinīf tahu abdī guddā qabna.Itti Dhihādhā!...more1h 8minPlay
April 15, 2023SE7. EP105 J. Abdīsā Wolīn Marī Wāhē Warra Oromiyā Salālē Gaggēssine Kutā 3ffā(māyyī)Amna torban lama dura gama Oromiyā Salālē ēgalle qophī torban kanān xumurra. J. Abdīsān wān bāyyērrā gad-fagēnyān hūbannōta nūf lāta.Itti dhihādhā!!...more2h 4minPlay
April 08, 2023SE7. EP104 J. Abdīsā Wajjin Marī Wāhē Warra Oromiyā Salālē Gaggēssine Kutā 2ffā Torban kanas turtī J.Abdīsā wojjin torban dabre ēgalle itti fufna.Dhihādhā !!...more1h 52minPlay
April 01, 2023S7. EP.103 J. Abdīsā Wajjin Marī Wāhē Warra Oromiyā Salālē Gaggēssine Kutā 1ffā.Amni kiyya torban kana gama warra Tūlama nān dhaqa. Kēssummā keenya, J. Abdīsā walīn ādā, sēnāfi argā-dhagētti warra Salālērrā ballinān marihachū ēgalla.Nurrā hinhafinā!...more1h 27minPlay
March 25, 2023SE.7 EP.102 Marii Hayyuu Hawaasaa-Seenaa-Aadaa Obb. Buttaa Dafii Wajjin Gaggeessine Kutaa 2ffaa(Maayyii)Torban kanas marii Jaal Buttaa Wajjin jalqabne itti funa...more1h 35minPlay
March 18, 2023SE7. EP.101 Marii Hayyuu Hawaasa-Seenaa-Aadaa Obb. Buttaa Dafii Wajjin GaggeessineSeenaa, aadaa, hooda-safuu, jiruu-jireenyaafi kkf kan warra Oromiyaa godinaalee gara-garaa barachuuf amna eegalle torban kanas itti fufna.Keessummaan keenya Jaal Buttaa Dafiiti. Innis aadaa warra Oromiyaa Arsiirraa barnoota guddaa nuuf laata.Dhihaadhaa!!...more1h 19minPlay
March 11, 2023SE7. EP.100 Obboo Nasir Kaliil, Hayyuu Seenaa, Wajjin Marii Gaggeessine Kutaa 2ffaaQophii torban kanaa keessatti marii obbo Naasir Waliin torban dabre eegalle xumurra.Dhihaadhaa!...more43minPlay
March 04, 2023SE7. EP99. Marii Hayyuu Seenaa Nasir Kalilil Wajjin GaggeessineKeessummaan torban kanaafi marsaa 7ffaaf ka jalqabaa Hayyuu seenaa Obboo Nasir Kalil.Obboo Nasir seenaa dheertu gama bahaa biiftu Oromiyaa waan Zayilaa kaasee hanga Ankoberr keessatti mull'aterraa huubannoota jabaa nuuf laata.Dhihaadhaa!!...more1h 1minPlay
March 01, 2023Dhaadheessa Eegalamuu Marsaa 7ffaa(Season 7)March 4, 2023 irraa eegale marsaan 7ffaan torban-torbaniin tamsaafamu itti fufa.Marsaa 7ffaan seenaa, aadaa, safuu, hooda, jaarama, diinagdee, amantaa, jiruu-jireenyaa fii kkf naannoolee Oromiyaa mararraa keessummoota afeeruun argaa-dhageetti of-biraa qabanirraa marii gaggeessaa, barnoota irraa argata.Dhihaadhaa!...more6minPlay
February 18, 2023S.6 Ep 98 Marii Dr. Abeba Diro Wajjin Marsaa 2ffaaf Gaggeessine, Kutaa 3ffaa(Maayyii)Dr Abbabaan waan torban lamaan dura eegale, torban kana xurmura. Sagantaa torban kanaa keessatti:- Waahee Cryptography- Waahee Machine learning / Deep learning fii Cyber security-Waahee Anomaly detection-Waahee attack detection fii waan heddu baayyee kan qormaata isaarratti hundaahan nuun qoodata.Itti dhihaadha!...more59minPlay
FAQs about ILMAORMAA:How many episodes does ILMAORMAA have?The podcast currently has 295 episodes available.