
Sign up to save your podcasts
Or


Qophii 6ffaa kana keessaatti Jaal Abbaabiyyaan taateewwan woltajjii siyaasaa Oromiyaa gubbaatti as-kaluu keessatti mul'atan irraatti yaada isaani nuun qooddatu.
Kurfii tana gubbaat, Jaal AbbaaBiyyaan erga ABOn Eritraat waajjira banateen booda dhibdee dhalateefi taateewwan mul'atan irraa dubbatan.
Kurfii tana gubbaat, Jaal AbbaaBiyyaan Seenaa qabsaawoonni dirree bahaa fi dirree kibba bahaa Oromiyaa keessa turan erga mootummaa cehuumsaa lakkisanii bahani booda waan isaan mudate nuuf qooddachu kurfii 3ffaa keessat eegala itti fufan.
Dhihaadhaa!
Kurfii kana gubbaatti:
Kurfii tana gubbaatti, mari Jaal AbbaaBiyyaa waliin kutaa 1ffaa(125) jalatti eegalle itti fufna.
Erga hogganoota jidduu dhibeen argameen duubatti, jaallan hafan tarkaanfi akkam jiraa fudhachuun dhaaba dandamachiisani qabsoo itti fufuu dandahanii fii gaaffilee kana fakkaatanuuf deebiiraa arganna.
Dhihaadhaa
Jaal AbbaaBiyyaa Roobaa, qaama hoggana olaanaa Adda Bilisummaa Oromiyaafi qabsaawaa gameessa wajjin marii seenaa qabsoo bilisummaa Oromiyaa kan ABON hogganamaa turerraa kurfii tanaan eegaluun ballinaan irraa baranna.
Dhihaadhaa!
Mariifi barnoota fayyaa sammuu Dr Naomy wojjin eegalle qophii kana gubbaatti xumurra. Kurfii tana keessatti qabxiilee heddu mishaa tahan irratti barnoota jabaa Dr. Naomy-iin nuuf laatti.
Obb. Halakheen Fayyaa Sammuurratti beekumsaafi muuyxannoo ganna dheertuf qabu nuun qoodachuu kutaa duraa keessatti eegale qophii maayyii kana gubbaatti nuuf guduunfa.
From the publisher's feed