
Sign up to save your podcasts
Or


Qophii duraa tana keessatti qabsaawaa ganamaa, Jaal Magarsaan ;
Dhihaadhaa!
Jaal Guysaan ijoolummaarraa eegalee qabsoo bilisummaa Oromiyaa keessatti seenaa dalagamee fi jaallan dirree san turan irraa waan yaadatu gaggabaabsee nuun qooddata.Dhihaadhaa!
Qabsaahaa hangafaa fi haftee qabsaawootaa kan tahan Jaal AbbaaBiyyaan marraa duraatiif miidiyaatti as-bahuun:
Dhihaadhaa !!!
Jaal Kamal Qalbeessaan seenaa qabsoo bilisummaa Oromiyaa Dirree Dhihaa keessatti gaggeefamaa turee fi kan inni jalqabarraa kaasee qooda keessatti fudhataa fii hogganaa ture keessaa waan yaadatu gabaabsee nuunqooddata.Dhihaadhaa!!
Kurfii maayyii kana keessatti, Jaal Atoomsaan
Dhihaadhaa!
Kurfii Sadafaa kana keessatti, Jaal Atoomsaan;
Dhihaadhaa!
Qophii lammaffaa kana keessatti Jaal Atoomsaan bakka qophii duraa dhaaberraa eegalee seenaa bara Chaartaraa fii erga Chaartaraa bahanii dirreetti deebi'an isaan mudate nuun qooddata
seenaa heddu nuun qooddata.Dhihaadhaa!
Seenaa Jaal Atoomsaa K. Roobaan nuun qooddate kurfii afuritti qoodeen qopheesse.Kurfii duraa kana keessatti, Jaal Atoomsaan seenaa qabsoo Godina Bahaa nuun qooddatu keessatti;
Dhihaadhaa!!
Jaal Bohaarsituun qophii tana keessatti;- yoomii fi akkamiin hawwisootti akka makamte,- qooda isiifii miseensootni Hawwisoo qabsoo bilisummaa Oromiyaa keessatti qabaachaa turan,- ayyaana Odaa Bultum irraa waan yaadattu,- biyyaa Jabuuttiitti bahuuf dirqamuu,- mana hidhaa Woyyaanee keessatti waan dabarsite,- miseensoota hawwisoo waliin tattaaffii Shaggaritti Waldaa Macaa fii Tuulama jalatti godhaa turan,- erga biyya amabaatti godaantee booda tattaaffii godhaa turaniif waan biraas nuunqooddatti.Dhihaadhaa!
Jaal Bobbaasaan seenaa qabsoo bilisummaa Oromiyaa ijoollummaa isaarraa kaasee waan yaadatuufii mudannaa dirree qabsoo ballinaan nuun qooddata.Dhihaadhaa!
From the publisher's feed